Guyyaa Qiyaamaa

Android app by K Technologies. Education · K Technologies

Store rating
Unknown
Store rating count
Unknown
Download price
Free to download
In-app purchases
Not listed in captured metadata
Version
11.0
Listing last refreshed
2026-09-16

View the original store listing

Store description excerpt

Guyyaa Qiyaamaa jechuun Guyyaa namoonni du’an hundi awwaalcha isaanii keessaa kaafamuun murtiif Rabbiin fuunduratti dhiyaataniidha. Guyyaa sirnii samii fi dachii itti jijjiramuudha. Moosaajiin bilbila harkaa Guyyaa Qiyaamaa jedhamu kun haala adda taheen kan nama hubachiisuufi Yaadota sobaa warreen guyyaan kana kijibsiisanii kan saaxiluudha. Akkasuma mallattooleen guyyaa qiyaamaa xixiqqaa irraa hanga gurguddaatti bal'inaan ibsamee jira. Falmii Warra ibiddaafi haala muslimootaas ni dabalata.

Review coverage

AppRill has captured 0 reviews for this app. This is a collected sample, separate from the store rating count. Latest review capture: Not captured yet.

Recent captured chart positions

No chart positions have been captured for this app yet.

Chart position, rating count and review coverage do not establish downloads, revenue or profit. Understand the differences.